Meeting/Waamicha walga'ii
Walga'iin keenya kurmaana waggaa gaafa Adooless (July) 06, 2013, Magaalaa Bern kessatti sa'aa 11: 00 (waaree dura) eegalee hanga galgalaatti sirna hoo'aan ademsifama. Marii walga'ii booda sagantaa bashananaa adda addaa ni qabna.
Oromoonnii fi firri oromoo biyya Siwtzerland fi naannoo Swiss jiraattan kabajaan affeeramtaniittu.
****************
Our next Quarterly regular meeting will be held on Saturday July 6th, 2013 in Bern. All Oromos and friends of Oromo people, living in Switzerland and surroundings, are kindly invited on this occasion.
address:
Kirchgemeinde Petrus
Brunnadernstr. 40
3006 Bern
Koree Hawwaasaa