Posted by Hawaas on April 15, 2010 at 8:11 AM
|
comments (5)
|
Kaayyoo:
Hawaasni Oromoo Switzerland biyya Switzerland keessatti seeraan mootummaa biratti galmaa'uu dhanan magaalaa Lausanne ti akka dhaaba bu'aa hin barbaanneetti (non-profiting) Hagayya 2008 jaaramee. Kaayyoon hawwaassni kun itti ijaarames akka armaan gadiiti:
- Aadaan oromoo afaan oromoo dabalatee hawwaasa oromoo biyya alaa jiran keesatti akka dhalataan oromoo biyya kana jiran aadaa isaanii hin hiraanfanne
- Oromoota wal-qunnamsiisuu dhaan akka wal gargaaranii fi hawwasa nagaa qabu akka uumani hawwaasa uummata isaaf fakkenya ta'u gochuu
- gargaarsa barmootaa oromoota biyya (Oromiaa) jiraniif gochuu
- Qunnamtii hawwaasa oromoo fi uummata biyya keessa jiraannu wajjiin gochuu dhaan eenyummaa oromoo itti beeksisuu
- Dardaraa fi shamarran oromoo hawwaasa keessatti hojii adda addaa keessatti hirmaachisuu dhaan qooda fudhannaa isaanii cimsuu
Objectives:
The Oromo Community of Switzerland is a switzerland registered organization located in Lausanne and was established in August 2008 as a non-profiting organization. The name of the Organization shall be Oromo Community in Switzerland. The community was founded based on the following objectives:
- To promote Oromo culture and language among the Oromos in the Diaspora , so as not to lose their identity and forget their root
- To bring together and promote solidarity among Oromo people - support each other and donate to the development of a healthy community
- To provide positive role model to the Oromo people
- To provide educational assistance to Oromo students in oromia.
- To introduce the Oromo culture to the outside world.
- Enhance the role of the youth in the community by engaging them in social, cultural or sports activities.