Oromo Community in Switzerland

Guddinni hawwaasa Oromoo wabii jireenyaati.
Unity is strength!
Einigkeit macht stark!

About Us

Kaayyoo/Objectives

Posted by Hawaas on April 15, 2010 at 8:11 AM Comments comments (3)

Kaayyoo:  

 

Hawaasni Oromoo  Switzerland biyya Switzerland keessatti seeraan mootummaa biratti galmaa'uu dhanan magaalaa Lausanne ti akka dhaaba bu'aa hin barbaanneetti (non-profiting) Hagayya 2008 jaaramee. Kaayyoon hawwaassni kun itti ijaarames akka armaan gadiiti:

  • Aadaan oromoo afaan oromoo dabalatee hawwaasa oromoo biyya alaa jiran keesatti akka dhalataan oromoo biyya kana jiran aadaa isaanii hin hiraanfanne
  • Oromoota wal-qunnamsiisuu dhaan akka wal gargaaranii fi hawwasa nagaa qabu akka uumani hawwaasa uummata isaaf fakkenya ta'u gochuu
  • gargaarsa barmootaa oromoota biyya (Oromiaa) jiraniif gochuu
  • Qunnamtii hawwaasa oromoo fi uummata biyya keessa jiraannu wajjiin gochuu dhaan eenyummaa oromoo itti beeksisuu
  • Dardaraa fi shamarran oromoo hawwaasa keessatti hojii adda addaa keessatti hirmaachisuu dhaan qooda fudhannaa isaanii cimsuu

 

Objectives:

 

The Oromo Community of Switzerland is a switzerland registered organization located in Lausanne and was established in August 2008 as a non-profiting organization. The name of the Organization shall be Oromo Community in Switzerland. The community was founded based on the following objectives:

  • To promote Oromo culture and language among the Oromos in the Diaspora , so as not to lose their identity and forget their root
  • To bring together and promote solidarity among Oromo people - support each other and donate to the development of a healthy community
  • To provide positive role model to the Oromo people
  • To provide educational assistance to Oromo students in oromia.
  • To introduce the Oromo culture to the outside world.
  • Enhance the role of the youth in the community by engaging them in social, cultural or sports activities.